LibreOffice 7.3 Help
Barruu warra wanta fakkasaa keessa jiraniif, ajajoota dhangeessuu of keessaa qaba. Kabalii Text Object, kan mul'atuu yammuu ati wanta fakkasaa keessa lama-cuqaastuudha.
Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.
Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate
Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.
Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Keewwata(oota) filataman gara muudanaalee fuula bittatti fi mirgaatti hiriirsa. Yoo barbaadde, dabalataanis diqaalalee hiriirfamaa sarara dhuma keewwataatif Dhangii - keewwata - Hiriirfama filachuun ifteessuu dandeessa.
These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in LibreOffice - PreferencesTools - Options - Language Settings - Languages.
Bakka kanatti, keewwaticha amma filatameef galumsoota, addaan fageenya, hiriira fi addaan fageenya sararaa qindeessuu itti dandeessuudha.