LibreOffice 7.1 Help
Kabalii Rasaasawwan fi Lakkaawwii dalagaalee caasaa kan keewwatawwan lakkoofsifamanii, tartiiba keewwatawwanii, fi sadarkaalee keewwataa adda addaa qindeessuu dabalatee, fooyyessuudhaaf garagaran of keessaa qabu.
Keewwata ammaa yk keewwatawwan filataman keessatti, lakkaawwii fi raasaasaawwan dhaamsa.
Moves the selected paragraph up one level in the numbering or bullets hierarchy.
Moves the selected paragraph down one level in a numbering or bullets hierarchy.
Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin lakkaawwii sadarkaa tokko ol baasa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.
Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin sadarkaa tokko gadbuusa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.
Keewwata tokko lakkaawwii malee saaga. Lakkaawwiin duraanii hinjijjiiramu.
Keewwatawwan qabxii xixiqqaa waliin gara olii keewwata duraaniitti siqsa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.
Keewwatawwan qabxii xixiqqaa maraa waliin gara gadii keewwata duraaniitti siqsa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.
Lakkaawwii barruu lamkaasa. Kun kan mul'atu, yammuu qareen barruu lakkoofsifamee yk raasaafamee keessa ooluu qofa.
Adds numbering or bullets to the current paragraph, and lets you edit format of the numbering or bullets.