LibreOffice 7.1 Help
Kabalii Gabatee , dalagaawwan isa ati yammuu gabateewwan waliin hojeechuudhaaf sibarbaachissu of keessaa qaba. Yammuu ati qaree gabatee keessatti siqsiitu mul'ata.
Inserts a table into the document. You can also click the arrow, drag to select the number of rows and columns to include in the table, and then click in the last cell.
Kamshaa Akkaataa Sarara banuuf sajoo kana, iddoo akkaataa sarara handaaraa fooyyessuu dandeessutti cuqaasi.
Sajoo Halluu Sarara (kan handaaraa) kamshaa Halluu Handaaraa banuuf, isa halluu handaara wantaa jijjiiruf si dandeessisu cuqaasi.
Sajoo Handaarota kamshaa Handaarotaa banuuf, iddoo bal'ina handaara waraqaa ykn wantaa fooyyessuu dandeessa.
Iddoo halluu duubbee keewwataaf cuqaasuu dandeenyuttikamshaa banuuf cuqaasi. Halluun duubbee keewwata ammee ykn keewwatoota fayyadama.
Splits the cell or group of cells horizontally or vertically into the number of cells that you enter.
Gabatee keessatti, tarreewwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Gabatee - Saagu - Tarreewwan filachuun), kana banuun tarree tokko chaalan yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarree tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka xabboon tarreewwan filatamaniitti, tarreewwan hojjaan saanii walfakkaatan saaga.
Filannoo booda, gabatee keessatti tarjaawwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Table - Insert - Columnsfilachuun), kana banuun altokkoon tarjaawwan hedduu yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarjaawwan tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka tarjaawwan filatamaniitti, tarjaawwan bal'ini saanii walfakkaatan saaga.
Amalawwan gabatee filatamee ifteessa, fakkeenyaaf, maqaa, hiriira, addaan fageenya, bal'na tarjaa, handaaraa, akkasumas duubbee ifteessa.
Keewwatoota filataman foo'a, yk tarreewwan gabatee, haala aabaatiin yk lakkoofsaan tarreessa. Hamma qabduuwwan sadi'itti qabduuwwan foo'a, akkasuumas qabduuwwan foo'a haala aabaatiif lakkoofsa maku, qindeessuu nidandeessa.
Faankishinii ida'aa kakaasa. Qareen man'ee, bakka ida'aan akka mul'atu barbaaddu keessa ooluu akka qabu beeku qabda.