LibreOffice 24.8 Help
Lakkaawwii, hujeekaan keewwata tokkotti ykn akkaataa keewwatatiin fayyadamuu nidandeessa.
If you want numbered headings, use Heading Numbering, instead of numbering manually.
To apply numbering manually, click in the paragraph, and then click the
icon on the bar, or use the dropdown box on the icon to select a numbering format.You cannot apply manual numbering to paragraphs that are listed under "Special Styles" in the Styles window.
Tarree lakkoofsiifaman ykn rasaaseefaman keessatti yammuu Galchii gad dhiibduu, LibreOffice ofumaan keewwata itti aanuuf lakkoofsa lata. Keewwata haaraa kan irraa, lakkaawwii yk rasaasa hquuf, Galchii deebisii gad dhiibi.
Keewwata ammaatiif qofa dhangii rasaasawwanii fi Lakkaawwi jijjiiruuf, keewwaticha keessaa arfii yk jecha fili,
filiitii, itti aansuun dhangii haaraa cuqaasi.Keewwatawwan tarree keessaa maraaf dhangii
jijjiiruuf, akka qareen tarree keessa jiru mirkanee fadhuutii, filadhu, kana booda dhangii haaraa irra cuqaasi.Use the commands on the Bullets and Numbering bar to change the order and level of list paragraphs.
To see which paragraphs are in the same list, click to the left of a number or symbol at the beginning of a list paragraph, with ( CommandCtrl+F8) enabled.
Paragraph Styles give you greater control over numbering that you apply in a document. When you change the list style assigned to a paragraph style, then the numbering format in the list style is applied automatically to all paragraphs using the paragraph style.
Choose
, and then click the icon.Akkaataalee keewwataa isa akka lakkaawwii fayyadamuuf barbaadduu mirga cuqaasiitii, Foyyeessi filadhu.
Click the
tab.In the
box, select the list style to apply.TOLEE cuqaasi.
Apply the paragraph style to the paragraphs that you want to add numbering to.