Murfisa

By default, LibreOffice moves words that do not fit on a line to the next line. If you want, you can use automatic or manual hyphenation to avoid this behavior.

note

Hyphenation rules differ between languages. To automatically guess where a word can be hyphenated, you need to have the relevant extension installed. If the rules are missing, an error message or banner will be displayed.
Hyphenation rules are often bundled with dictionaries and installed with LibreOffice depending on the language you picked. If they are missing, you can find relevant extensions by searching for "hyphenation" on the Extensions website.
Learn more about language support on our wiki.


Murfisa ofumaa

Murfisii ofumaa, keewwata tokko keessatti bakka murfisi barbaachiissuuti saaga. Dirqalii kun, akkaataalee keewwataa fi keewwata mata mataatiif qofa jiraata.

Keewwatoota hedduu keessaa, barruu tokko ofumaan murfisuuf

  1. Keewwata keessa mirgaa cuqaasiitii, Gabatee filadhu.

  2. Caancala Yaa'insa Barruucuqaasi.

  3. In the Hyphenation area, select the Automatically check box.

  4. TOLEE cuqaasi.

Keewwatoota hedduu keessaa, barruu ofumaan murfisuuf

Keewwata tokko ol ofumaan murfisuu yoo barbaaddee, akaataa tokko keewwataa fayyadami.

Fakkeenyaaf, akkaataa keewwata "Durtii" tiif, dirqala murfisa ofumaa dandeessisi, kana booda keewwatawwan wara akka murfisaman barbaadduuf akkaaticha fayyadami.

  1. Choose View - Styles, and then click the Paragraph Styles icon.

  2. Akkaataa keewwata isa akka murfisamu barbaadduu irra mirga-cuqaasi, kana booda Fooyyessi filadhu.

  3. Click the Text Flow tab.

  4. Bakka Murfisa keessaa, sanduuqa filannoo Ofumaan fili.

  5. TOLEE cuqaasi.

  6. Keewwatawwan warra akka murfisaman barbaadduuf, akkaataa fayyadami.

Murfisa Hujeeka

Sarara tokko irraa bakka barbaadduutti murfi saaguu, ykn jechoota murfisaman LibreOfficen akka barbaaduuf, kana booda murfisa filatame laachuu nidandeessa.

Jechoota Baaqqee hujeekaan murfeessuuf

Atataaman murfi saauuf, jechiicha keessa bakka murfiin akka itti dabalamu barbaaddu cuqaasi, kana booda +Hyphen(-) dhiibi.

Murfi hujeekaa, yoo jecha keessatti saagdee, jechiichii kan murfisamuu, murfi hujeekaa qofaani. Jecha kanaaf, murfisii ofumaa dabalataa fayyadamu hinjiru. Jechii murfii hujeekaa kan murfisamuu, ijaarsa fuula caancalaa Yaa'insa Barruu irraa maleeti.

Barruu filannoo tokko keessaa hujeekaadhaan murfisuuf

  1. Barruu isa murfisuu barbaadduu fili.

  2. Meeshaalee - Afaan - Murfisa filadhu.

Please support us!