Xumuura Galmee Barruu Saaguu

Faayilii Barruu Saaguuf

  1. Qaree galmee keessaa bakka faayilii itti saaguu barbaaddu oolchi.

  2. Choose Insert - Text from File.

  3. Galmee barruu isa saaguudhaaf barbaaddu agarsiissiitii, kana booda Tole cuqaasi.

Qabeentootii galmee barruu, galmee ammaatti dabalaman, yoo maddii fayyilii jijjiiramee, hinhaaroman. Yoo barbaaddee, yammuu ati galmee maddaa jijjiirtu qabeentootnii akka ofumaan haaromuuf, faayilii akka geessituutti saagi.

Galmee Barruu Xumuura akka Geessituu tokkotti saaguu

  1. Qaree galmee keessaa bakka faayilii itti saaguu barbaaddu oolchi.

  2. Saagi - Kutaa filadhu.

  3. Sanduuqa Kutaa Haaraa maqaa barreessiitii, kana booda saanduqa filannoo Geessituu fili.

  4. Sanduuqa File Name keessatti maqaa faayilii isa saaguudhaaf barbaadduu barreessi, ykn qabduu sakattaa (...) cuqaasiitii faayilicha agarsiissi.

    Yoo galmeen barruu galtee qabaate, kutaa isa sanduuqa Kutaalee keessatti saaguudhaaf barbaadduu filachuu nidandeessa.

  5. Yoo barbaaddee, kutaadhaaf dirqalawwan dhangii qindeessi.

  6. Saagi cuqaasi.

Yoomuu, yammuu galmeen maddaa jijjiiramuu, LibreOfficen ofumaan qabeentoota kutaa saagamee haarmsa. hujeekaan qabeemtoota kutaa haarmsuuf, Meeshaalee - Haaromsi - Mara Haaromsi filadhu.

Please support us!