LibreOffice 7.5 Help
Barruu warra wanta fakkasaa keessa jiran qofa marsuu dandeessa.
fili kamshaa banuuf.
Wanta barruu fakkasuudhaaf, galmee kee keessatti harkiisiitii, barruu kee barreessi.
Wantaan alatti cuqaasi, itti aansuun barruu saagde cuqaasi. Sajoo kamasha irraatt cuqaasi.
Qabannoo xiyyoo kan wanta barruu keessaa tokko harkiisi.
Akkasumas, wanta barruu irra mirga-cuqaastee, qubannoo fi Hamamtaa filadhu, caancala Marsaa cuqaasiitii, kana booda wantichaaf, kofa marsaa ykn qubannoo haaraa galchuu nidandeessa.