LibreOffice 24.8 Help
Akkaataan galmee tokko keessaa itti barruu shoolamuu keessaa fakkeenyootni muraasnii kunootti:
Barruucha filadhuutii, haalata bocquu ykn galtee adda addaa, kunis yabbuu fayyadami.
Keewwata keessa mirga-cuqaasiitii, Keewwata filaduutii, dirqalawwan warra barbaaddu qindeessi, fakkeenyaaf, halluu duubbee filadhuutii, kana booda Tole cuqaasi.
Barruucha filadhuutii, kana booda
filadhu.Meeshaa Barruu, kamshaa Fakkasaa irraa fayyadami.
Hojiibocquu fayyadami. Foddaa Hojiibocquu banuudhaaf, sajoo Hojiibocquu kabala Fakkasaa irraa cuqaasi.