Barruu tokko irraa Barruu Wiirtessuuf Goodayyaa fayyadamuu

  1. Barruucha isa fuula irratti akka wiirta'uu barbaadduu fili.

  2. Saagii - Gooayyaa filadhu.

  3. Bakka Korkoddii keessaa, Fuulatti fili.

  4. Bakka Size keessaa, gara goodayyaa qindeessi.

  5. Naannoo Qubannoo keessaa, sanduuqawwan Surdala fi Sarjaa keessaa "Wiirtessi" fili.

  6. TOLEE cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

To hide the borders of the frame, select the frame, and then choose Format - Frame and Object - Properties. Click the Borders tab, and then click in the Set No Border box in the Line Arrangement area.


Hagamtaa goodayyaa jijjiiruuf, qaree goodayyiichaa harkiisi.

Barruu Shooluu

Inserting, Editing, and Linking Frames

Please support us!