LibreOffice 7.6 Help
Yabbina man'eewwan gabatee fi tarjaawwanii hagamtaa jijjiiruu nidandeessa, akkasumas hojjaa tarreewwan gabatee jijjiiruu nidandeessa.
Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:
Hanga qareen sajoo footuu taatutti, qaree hantuttee sarara qoodduu tarjaa irra oolchitii, sararicha gara iddoo haaraatti harkiisi.
Hanga qareen sajoo footuu taatutti, qaree hantuttee sarara qoodduu tarjaa sararatu irra oolchitii, sararicha gara iddoo haaraatti harkiisi.
Hold down CommandCtrl and then click and drag a line to scale all cells right or above the line proportionally.
Place the cursor in a cell in the column, hold down the OptionAlt key, and then press the left or the right arrow key.
To increase the distance from the left edge of the page to the edge of the table, hold down OptionAlt+Shift, and then press the right arrow key.
Yeroo furtuu DirqalaAlt gad qabdu hantuutee gad dhiisuudhaan, haalata saaguu galchita.
Dirqala Alt+Ctrl gad dhiibitii, qabduu xiyyaa gara bitaa ykn gara mirgaa dhiibi
Hojjaa Tarree tokkoo jijjiiruuf, qaree man'ee tarree keessa oolchitii, qabduu Dirqala Alt gad dhiibitii, kana booda qabduu xiyyaa gara olii ykn gara gadii gad dhiibi.
Yabbinaa fi hojjaa gabatee tokkoo jijjiiruuf, kan armaan gadii keessaa tokko dalagi:
Gabaticha keessa cuqaasi. Sarartuuwwan keessaa, hagamtaa gabatichaa jijjiiruuf, handaaraa bakka adii fi fajajaa gidduutti harkiisi.
Click inside the table. Choose
to open a dialog and set the properties to the numbers.To wrap text to the sides of a table, and to arrange two tables next to another, you must insert the tables into a frame. Click inside the table, press CommandCtrl+A twice to select the whole table, then choose Insert - Frame.
Gabateewwanii fuuloota HTML keessaa hagamtaa guutuu amalootaa, akkasumas dhangii OpenDocument keessaa akka ajajootati hinlaatan.