Barruuwwan Saaguu

Akkaataan itti barruu galmee barruu keessatti uuman hedduutu jira. Gabatee kamshaa tokko irraa, ajaja bafata keessaa, ykn wardii tokko irraa, saaguu nidandeessa.

Kamshaa Saagii irraa gabatee tokko saaguuf

  1. Qaree galmee kee keessa bakka gabatee itti saaguu barbaaddu oolchi.

  2. On the Standard or the Insert bar, click the arrow next to the Table icon.

  3. Tarsaa gabatichaa keessaa, lakkoofsoota tarreewwanii fi tarjaawwanii warra barbaadduu filachuuf harkisi, isaan booda gad dhiisi.

Dhiisuuf, gara moggaatti hanga iddoo durargii kan tarsichaa keessatti Dhiisi mul'atutti harkisi

Ajaja baafataa waliin gabatee tokko saaguuf

  1. Qaree galmee kee keessa bakka gabatee itti saaguu barbaaddu oolchi.

  2. Choose Table - Insert Table.

  3. Iddoo Size keessattii, lakkoofsa tarreewwanii fi tarjaawwanii galchi.

  4. Dirqalaawwan warra barbaaddu filuuf, Tole cuqaasi.

Wardii Calc irraa gabatee tokko saaguu

  1. Wardii Calc LibreOffice isa hanga man'ee ati saaguuf barbaaddu of keessaa qabu bani.

  2. Wardii keessaa, man'eewwan filuuf harkisi.

  3. Gulaali - Garagalchi filadhu.

  4. Galmee barruu kee keessaa, kaneen armaan gadii keessaa isa tokko hojeedhu:

Dirqalawwan

Akka kanatti saagameera...

Wardii LibreOffice 24.2

Wanta OLE - akka +V waliin ykn harkisii kaa'i

GDIMetaFile

Saxaatoo

Suurxiqqoo

Saxaatoo

HTML

Gabatee HTML

Barruu hin dhangi'amne

Barruu qofatu dhaabduu caancalaa akka wardiiwwanti

Barruu Dhangeeffame [RTF]

Gabatee Barruu

DDE link

Table structure and contents, without formatting. With updating


Wardii Calc irraa Hangii Man'ee Harkisii Kaa'i

  1. Wardii Calc LibreOffice isa hanga man'ee ati saaguuf barbaaddu of keessaa qabu bani.

  2. Wardii keessaa, man'eewwan filuuf harkisi.

  3. Man'eewwan filataman keessatti qabduu hantutee cuqaasi achumatti qabi.

  4. Man'eewwan filataman galmee barruu keessatti harkisi.

Please support us!