LibreOffice 25.2 Help
Gabatee galmee kee irraa haquu, ykn qabeentoota gabatee haquu nidandeessa.
Gabatee hundaa haquuf, gabaticha keessa cuqaasitii, kana booda Gabatee - Haqi - Gabatee filadhu.
Qabeentoota gabatee haquuf, gabaticha keessa cuqaasitti, hanga man'eewwan marii falatamanitti Ajaja Ctrl+A gad dhiibi, kana booda Delete ykn Backspace dhiibi.