Man'eewwan Makuu fi Addabaassuu

Man'eewwan walbukkee filattee, man'ee baaqee tokko keessatti makuu nidandeessa. Karaa biraatiin ammoo, man'ee guddaa tokko gara man'eewwan mata mataatti qooduu nidandeessa.

Man'eewwan Makuu

  1. Man'eewwan rogollaa fili.

  2. Gabatee - Man'eewwan Maki filadhu.

Man'eewwan Addaanbaasuu

  1. Man'ee isa addaanba'u keessa qaree oolchi.

  2. Gabatee - Man'eewwan Addabaasi filadhu.

    Qaaqnii man'ee bakka lamatti ykn man'eewwan hedduutti, surdalaan ykn sarjaan akka ati addaanbaastu siif hayyama.

Please support us!