Dhangii HTML tiin Galmeewwan Barruu Olkaa'uu

Galmee kitaabessaa LibreOffice dhangii HTML keessatti kuusuu dandeessa, kanaafuu iyya'aa saphaphuu keessatti arguu dandeessa. Yoo barbaadde, fuula xumuraa akkaataa keeyyata gubbaa fuula HTML adda ta'e maddisiisuuf yeroo hundaa akkaataa mul'ataa galmee keessaa waliin walitti firoomsa. Barreessaan LibreOffice battalumatti fuula geessituu tokoon tokkoo fuulaa of keessaa qabu uuma.

When you save a text document in HTML format, any graphics in the document are saved into the HTML document as embedded data streams. LibreOffice tries to keep the original format of graphics, i.e. JPEG pictures or SVG images will be saved into HTML as such. All other graphic formats are saved as PNG.

  1. Durtii LibreOffice haalataa keeyyata gubbaa tokko fayyadamuuf, fakkeenyaaf, "Heading 1", keeyyata iddoo fuula HTML haaraan itti maddu barbaaddutti.

  2. Faayilii - Erguu - Galmeewwan HTML uumuufiladhu.

  3. Sanduuqa Haalataa keessatti, haalataa keeyyataa kan fuula HTML haaraa maddisiisuuf fayyadamuu barbaaddu filadhu.

  4. Daandi fi maqaa galmee HTML tiif galchuu, fi achumaan Kuusuu filadhu.

Please support us!