LibreOffice 7.6 Help
Kutaalee haaraa , ykn geessituuwwan kutaalee galmee biroo keessaa galmee ammeetti saaguu dandeessa. Yoo kutaa akka geessituutti saagde, yeroo galmee maddaa haaromsitu qabeentaan geessituu ni jijjiirama.
Galmee kee keessatti bakka kutaa haaraa itti saaguu barbaaddu cuqaasi, ykn barruu gara kutaatti jijjiiruu barbaaddu filadhu.
Yoo barruu keewwata wajjiin mul'atu filatte, barichi ofumaan gara keewwata haaraatti jijjiirama.
Saagi - Kutaa filadhu.
Sanduuqa
jedhu keessatti, maqaa kutichaa barreessi.Kutichaaf dirqaalee qindeessi, itti aansudhan Saagi cuqaasi.
Kutaa akka geessituutti saaguu keetin dura, jalqaba kutaalee galmee maddaa keessatti uumuu qabda.
Yeroo galmee kutaalee wal qabsiifaman qabu bantu, qabeentota kutaalee haaromsuuf LibreOffice kaasaa sii ta'a. Hujeekaan wal qabsiiftuu haaromsuuf, Meeshaalee - Haaromsi - Wal qabsiiftota filadhu.
Kutaalee walqabatoo galmeewwan HTML keessatti saaguu dandeessa. Yeroo fuula sakattaatota saphaphuu keessaa agarsiiftu, qabeentaan kutaalee qabeentaa kutaalee wayita galmeen HTML dhumarratti ol kaa'ame walgita.
Galmee kee keessatti bakka kutaa geessituu saaguu barbaaddu cuqaasi.
Saagi - Kutaa filadhu.
Sanduuqa
jedhu keessatti, maqaa kutichaa barreessi.In the Under Windows, you can also select the check box to automatically update the contents of the section when the section in the source document is changed.
area, select the check box.Click the Browse button next to the File name box.
Galmee kutaa itti geessuu barbaaddu qabatee sana agarsiisi, sana booda Saaguu cuqaasi.
Saanduqa
keessaa, kutaa saaguu barbaaddu filadhu.Saagi cuqaasi.