LibreOffice 7.3 Help
Galmee ke keessaatti kutaalee eeguu, dhoksuu, fi gara barruu baratamaatti jijjiiruu dandeessa.
Dhangii - Kutaalee filadhu.
AjajaCtrl+Bdhiibuu dandeessa, barruu yabbuundhaan dhanga'uu barbaaddu barreessuu, fi ajaja Ctrl+B yeroo xumurtutti dhiibi.
Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:
Amaloota kam akka dhangii ufmaatti dabaltu filachuuf,Dabalata cuqaasi.
Dirqalaan kun kan jiraatu, yoo bakka Qubanoo keessatti, sanduuqni filannoo Xumura Galmee filatame qofa taha.
Dirqalaan kun kan jiraatu, yoo bakka Qubanoo keessatti, sanduuqni filannoo Xumura Galmee filatame qofa taha.