LibreOffice 24.8 Help
Citoota sararaa himoota keessatti uumaman haquuf amala OfDhangi'aa fayyadami. Yeroo barruu madda biraa irraa garagalchitee galmee barruutti maxxansitu citootni sararaa hin barbaachisne uumamuu danda'a.
Amalli OfDhangi'uu kun barruu Akkaataa keewwata "Durtii"dhaan dhangi'ame irratti qofa hojjeta.
filadhu.
Caanala Dirqaalee irraa, Yoo dheerinni irra guddaa 50% ta'e keewwatoota sarara qeenxee wal qabsiisi filatamuu isaa mirkaneessi. Persenteejii xiqqaa dheerina sararaaf jijjiiruuf, dirqala tarree keessaa lama-cuqaasi, sana booda persenteejii haaraa galchi.
TOLEE cuqaasi.
Barrruu citoota sararaa ati haquu barbaaddu qabatu filadhu.
Sanduuqa
kabala ,irra jiru keessaa “Durtii” filadhu.Choose Tools - AutoCorrect - Apply.