LibreOffice 7.1 Help
Fuuldura wabeeffannaa fooyyessuu barbaadduutti cuqaasi.
Yoo gaaddiddeessa dirree wabeeffannaa arguu hin dandeessu ta'e, mul'isi - Gaaddiddeessitoota Dirree filadhu ykn Ctrl+F8 dhiibi.
Gulaali - Dirreewwan filadhu.
Filannoowwan barbaaddu qindeessiiti, TOLEE cuqaasi.
Wabeeffannaawwan galmee ammee keessa jiran sakatta'uuf qabduuwwan xiyyaa qaaqa
keessa jiru fayyadami.