Waabeffannoowwan Saaguu

Wabeeffannoowwan, galmee qeenxee keessatti, dubbisaalee barruu iftaa'anii fi wantootatti akka ceenu nu gargaaru. Wabeeffannoon galtee fi wabii kan akka dirreewwaniitti galmee keessatti saagamu.

Wantootni godayyaawwanni fi torbarruuwwan waliin akka galteetti fayyaduu danda'u.

Barruu Wabeessuu

Wabeeffannaa galchuu keen dura, barruu kee keessatti galteewwan adda baasuu qabda.

Galtee saguuf

  1. Barruu akka galtee wabeeffannaaf fayyadamuu barbaaddu filadhu.

  2. Saagii - Wabeeffannaa filadhu.

  3. Akaakuu tarree, “Wabii Qindeessuu”n filadhu.

  4. Galtee sanduuqa Maqaa keessatti maqaa barreessi. Barruun filatame sanduuqa Gatii keessatti mul'ata.

  5. Saagii cuqaasi. Maqaan galtee tarree Filannoo tti dabalama.

Qaaqa bani jedhu gad-dhiisiiti gara kutaa itti aanuutti ce'i.

Galteetti wabeeffannaa uumuuf

  1. Barruu keessatti bakka wabeeffannaa saaguu barbaaddutti qaree qubachiisi.

  2. Yoo qaaqni duraan banamee hin jiru ta'e, qaaqa banuuf Saagii - Wabeeffannaa filadhu.

  3. Tarree Akaakuu keessaa, "Insert Reference" filadhu.

  4. Tarree Filannoo keessaa, galtee wabeessuu barbaaddu filadhu.

  5. In the Refer using list, select the format for the cross-reference. The format specifies the type of information that is displayed as the cross-reference. For example, "Reference" inserts the target text, and "Page" inserts the page number where the target is located. For footnotes the footnote number is inserted.

  6. Saagi cuqaasi.

  7. Yeroo xumuramu Cufi cuqaasi.

Wanta wabeessuu

Wantoota hedduu galmee ke keessa jiran kan akka saxaatoo, wantoota fakkaasaa, wantoota OLE, fi gabateewwan, hanga isaan qabii qabanitti wabeessuu ni dandeessa. Goodayyaa wantatti dabaluuf, wanticha filadhu, sana booda Saagi - qabii filadhu.

  1. Galmee keessatti iddoo wabeeffannaa saaguu barbaaddu cuqaasi.

  2. Saagii - Wabeeffannaa filadhu.

  3. Tarree Akaakuu keessaa, qabii akaakuu wantichaa filadhu.

  4. Tarree Filannoo keessaa, lakkoofsa qabii wanta wabeessuu barbaadduu filadhu.

  5. In the Refer using list, select the format of the cross-reference. The format specifies the type of information that is displayed as the cross-reference. For example, "Reference" inserts the caption category and caption text of the object.

  6. Saagi cuqaasi.

  7. Yeroo xumuramu Cufi cuqaasi.

Wabeeffannaawwan Haaromsuu

To manually update the cross-references in a document, choose Tools - Update - Fields from the menu or press F9.

Sajoo Qaxxee

Choose View - Field Names to switch between viewing the reference names and the reference contents.


Please support us!