LibreOffice 25.2 Help
Madda waraqaa adda addaa fuulota adda addaa galmee kee keessatti adda baasuuf haalataa fuulaa fayyadami.
Choose View - Styles.
Sajoo
cuqaasi.Haalataa fuulaa tarree keessaa isa madda warqaatiif ifteessuu barbaadduu irra mirga-cuqaasi, itti aansuudhaan Fooyyessi filadhu.
Sanduuqa
keessatti, irkootii waraqaa fayyadamuu barbaaddu filadhu.TOLEE cuqaasi.
Haalata fuulaa waraqaa tokkoon tokkoof barbaadduuf, ejjatoowwan 1-5 irra deebi'i.
Haalata fuulichaa fuulota barbaaddu irratti fayyadami.