LibreOffice 7.5 Help
Galmee barreessaa akka biroosharii ykn kixiqqaatti maxxansuu dandeessa. Kana jechuun, kitaabessaan waraqaa tokkoratti garlamaan maxxansa, kanaafuu yeroo waraqaa dachaastu, galmee akka kitaabatti dubbisuu dandeessa.
Yeroo galmee akka birooshariitti maxxansuu barbaaddu, qabachiisa dhaabbataa fuulawwan fayyadami. Kitaabessaan yeroo galmee maxxansitu teessuma biroosharii fayyadama.
LibreOffice is not designed to handle brochure printing of documents that include landscape page orientations, but it is possible to print such documents.
It is not possible to print a large image across two pages. Cut the image into two parts, and insert each part on different pages.
Faayilii - Maxxansii
Qaaqee Maxxansa keessatti, Amaloota cuqaasi.
Amaloota qaaqee keessatti maxxansaa keetiif, waraqaa qaabinsaa dalgessuuf qindeessi.
Maxxansaan kee yoo garlamee maxxanse, fi sababii birooshariin moodii dalgessa keessatti yeroo hundaa barreeffame, "duplex-short edge"fayyadamuun maxxansaa qaaqee qindeessaa keessatti qindeessuu qabda.
Return to Print dialog.
In the Page Layout section, select Brochure.
For a printer that automatically prints on both sides of a page, specify in the Range and Copies section to include Odd and Even Pages.
Click Print.
If LibreOffice prints the pages in the wrong order, select Print in reverse order in the Range and Copies section, and then print the document again.