LibreOffice 7.1 Help
LibreOffice teessuma fuulaa, akkasumas qaabachiisa fuulaa , duubbee mudanaalee, irraantoolee, jalaantoolee, fi tarjaalee barruu ifteessuuf fayyadama. Teessuma fuulawwan qeenxee galmee keessaa jiran hunda jijjiiruuf, fuulichaaf haalataa fuulaa mammiloo uumtee fayyadamuu qabda.
Choose
.SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.
Haalataalee fuulaa tarreefaman keessatti, wanta irratti cuqaasa mirgaamirga cuqaasi, fi achumaan Haaraa filadhu.
CaancalaQindeessaa irratti, sanduuqaMaqaa keessatti maqaa barreessi.
Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:
To apply the custom page style to a single page, select the default page style that is used in your document in the Next Style box.
To apply the custom page style to more than one page, select its name in the Next Style box. To stop using the style, insert a manual page break and assign it a different page style.
Dirqalaalee teessuma haalata fuulaatiif qindeessuuf, Cancala qaaqaa keessa jiru fayyadami,sanaan booda TOLEE cuqaasi.
Fuula akkaataa fuulaa irratti fayyadamuu barbaadde keessatti cuqaasi.
Choose
, and then click the icon.Maqaa tarree keessaa lama cuqaasi.
Galmee keessatti iddoo fuula haaraa irratti jalqabuu barbaadde cuqaasi.
Choose
.Qurxinsa fuulaafiladhu.
In the
box, select the page style that you want to apply to the page that follows the manual break.TOLEE cuqaasi.