LibreOffice 24.8 Help
Barreessaa keessatti, lakkoofsi fuulaa, dirree ati barruu kee keessaati saaguu dandeessudha.
Choose to open a dialog to guide you in inserting a page number in the current page style header or footer and setting the page number alignment.
Choose
to insert a page number at the current cursor position.If you see the text "Page number" instead of the number, choose Command+F9Ctrl+F9).
(Haa ta'u malee, yommuu barruu dabaltuu ykn haqxuu dirreewwan kunnen iddoo jijjiiru. Kanaafuu fuula dirree lakkoofsaa mataduree ykn jaantoo keessaati kan iddoo walfakkaataa qabanii fi kan fuula kamiyyu irraati irra deebi'aman saaguun gaaridha.
Choose
or to add a header or footer to all pages with the current page style.Amma lakkoofsota fuulaa irraati to'aannaa dabalata barbaadda. Galmee barruu fuula 12 irraa eegalu irrati barreessaa jirta.
Galmee kee keessaati keeyyata tokkoffaa irratti cuqaasi
Choose
tab.Iddoo qurxinsaa keessati, Saagii dandeessisi. Lakkoofsa fuulaa lakkoofsa haaraa akka qindeessu gochuuf Haalata Fuula Waliin danddeessisi. TOLEE cuqaasi.
lakkoofsi fuulaa haaraan amala fuula keeyyaata tokkoffaati.
Lakkoofsota fuulaa Roomaa i, ii, iii, iv, fi k.k.f tarreeffaman barbaadda.
Dirree fuula lakkoofsaa dura sirriin yeroo lama cuqaasi. Qaaqa Dirreewwan Gulaala ni ilaalta.
Dhangii lakkoofsaa filuun TOLEE cuqaasi.
You need some pages with the roman numbering format, followed by the remaining pages in another format.
Barreessaa Keessatti, haalatawwan Fuula adda addaa si barbaachiisa. Haalatni fuula tokkoffaa jaalantoo lakkoofsota roomaniitif dirree fuula lakkoofsatin dhanga'ee of keessaa qaba. Haalatni fuulaa itti aanuu jaalantoo dirree fuula lakkoofsatin dhangeeffame of keessaa qaba.
Haalataaleen fuula lameenu qurxinsa fuulatin adda bahuu qabu. Barreessaa Keessatti, qurxisawwan fuulaa ofumaani fi qurxisawwan fuulaa hujekaan saagaman qabaachuu ni dandeessa.
qurxinsi fuulaa ofumaani yommuu haalatni fuulaa "akkaataa itti aanu" addummaa qabaate dhuma fuulaa irraati mul'ata.
For example, the “First Page” page style has “Default Page Style” as the next style. To see this, press Command+TF11 to open the window, click the icon, right-click the "First Page" entry. Choose from the context menu. On the tab, you can see the “Next style”.
qurxinsa fuula hujeekaan saagamee haalatawwan fuulaa jijjiirun ykn osoo hin jijjiirin fayyadamuun ni danda'ama.
If you just press Command+EnterCtrl+Enter, you apply a page break without a change of styles.
If you choose
, you can insert a page break without or with a change of style or with a change of page number.Wanti gaarii jettu galmee kee irraati hunda'a: qurxiinsa fuulaa haalatawwan fuulaa jidduu hujeekaan saagaman fayyadamuuf, ykn ofiin jijjiiraa fayyadamuuf, fuula mata duree haalata fuuloota biroo irraa adda ta'e tokko yoo barbaadde, mala ofumaan fayyadamuu ni dandeessa.
Galmee kee keessaati fuula tokkoffaa irratti cuqaasi.
Choose Command+TF11).
(In the Styles window, click the Page Styles icon.
Haalata "First Page" yeroo lama cuqaasi.
Now your title page has the style "First Page", and the next pages automatically have the "Default Page Style".
You can now for example insert a footer for the "Default Page Style" only, or insert footers in both page styles, but with differently formatted page number fields.
Gubbaa fuula iddoo jalqabbii keeyyata iddoo haalatni fuulaa adda addaa itti fayyadamamee cuqaasi.
Choose Insert - More Breaks - Manual Break. You see the Insert Break dialog.
Tarree sanduuqaa
keessatti, haalata fuulaa fili. Fuula lakkoofsa haaraas qindeesuu dandeessa. cuqaasi.Haalatni fuula filamee keeyyata ammee irraa eegalee hanga qurxinsa itti aanuti haalataan fayyadama. Haalata fuula jalqabaa haaraa uumuu danda'uu qabda.