LibreOffice 25.2 Help
LibreOfficenin fuula duubee galmee keessaa ifteessuuf haalata fuula fayyadama. Fakkeenyaaf, duubee fuula tokko ykn isaa olii galmee keessaa gara saxaatoo golgolaa'aati jijjiruf, haalata fuula duubee saxaatoo golgolaa'aa uumuu sii barbaachisa fi itti aansuudhaan fuulawwaniif haalata fuula fayyadami.
Choose (Command+T)(F11).
SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.
Haalataalee fuulaa tarreefaman keessatti, wanta irratti cuqaasa mirgaamirga cuqaasi, fi achumaan Haaraa filadhu.
On the General tab page, type a name for the page style in the Name box.
Saanduuqa Haalata Itti Aanuu keessaa, haalata fuulaa kan fuula itti aanuuf fayyadamuu barbaadu fili.
Haalata fuulichaa fuulota barbaaddu irratti fayyadami.
To apply the new page style to all subsequent pages, select the name of the new page style.
Click the Area tab.
Select whether you want a solid color or a graphic. Then select your options from the tab page.
TOLEE cuqaasi.
Jalqabuukeetiin dura, haalata fuulaa duubee fuulaa fayyadamu uumuu kee mirkaneessi. Fuula Duubee bal'inaan Jijjiiruf ilaali.
Choose (Command+T)(F11).
SajooHaalataalee Fuulaa cuqaasi.
Haalata fuula duubee fuulatif fayyadamu barbaadu yeroo lama cuqaasi.
Jalqabuukeetiin dura, haalata fuulaa duubee fuulaa fayyadamu uumuu kee mirkaneessi. Fuula Duubee bal'inaan Jijjiiruf ilaali.
Fuuldura arfii tokkoffaa keeyyata iddoo fuula duubee jijjiiru barbaadu irratti cuqaasi.
Choose
.Qurxinsa fuulaafiladhu.
In the
box, select a page style that uses the page background.To change the background of the current page only, select a page style where the Next Style option is set to "Default".
To change the background of the current and subsequent pages, select a page style where the Next Style option is set to the name of the page style.
Duubee fuulaa galmee keessaa booda jijjiiruu yoo barbaadde,ejjettoowwan 1 hanga 3 irra deebi.
TOLEE cuqaasi.