LibreOffice 7.5 Help
LibreOfficenin sarara lakkoofsotaa galmee keesaa jiran hundaa ykn galmee kee keessaa keeyyaata filameef saaguu danda'a. Sararri Lakkoofsotaa yemmuu galmee kee maxxansituu hammatama. Sarara lakkaawwii giddu'uti ifteessuu dandeessa, sararrii lakkoofsa jalqabaa, fi sararawwan duwwaa ykn sararawwan goodayyaawwanii lakkaawwuu mirkaneesi. Sarara lakkoofsa jidduu adda baasaa dabaluus dandeessa
Sararrii lakkoofsota dhangii HTML keessaa hin jiru.
Meeshaalee - Sarara Lakkaawwii.
Lakkaawwii Mul'isi, fi itti aansuun dirqala barbaadu fili.
TOLEE cuqaasi.
Meeshaalee - Sarara Lakkaawwii.
Lakkaawwii Mul'isi fili.
Press Command+T F11 to open the Styles window, and then click the Paragraph Styles icon.
haalata keeyyata "Durtii" qabdoo mirgaa cuqaasun Foyyeessi fili.
Haalatni keeyyata hundii haalata "Durtii" irrati hunda'a.
Click the Outline & List tab.
Iddoo
keessaa, saanduqa filannoo haqiTOLEE cuqaasi.
Keeyyata(wwan) iddoo sarara lakkoofsota dabaluu barbaaduti fili.
Choose
, and then click the tab.Sarara lakkaawwii keessaati keeyyata dhunfadhu.
TOLEE cuqaasi.
Haalata keeyyata sarara lakkaawwii dhunfatuus uumuu dandeessa, akkasumas keeyyata sarara lakkoofsa fayyadamuu barbaduuf fayyadami.
Keeyyata keessaa cuqaasi.
Choose
, and then click the tab.Saanduqa filannoo
filadhu.Saanduqa filannoo
filadhu.Sarara lakkoofsaa sanduuqa
keessaa galchi.TOLEE cuqaasi.