LibreOffice 25.2 Help
Wantoota walfakkaatan ofumaan lakkaawuu dandeessa kan akka waraabbiiwwan, galmee kee keessaa.
Barruu lakkaawwiif ramaduu barbaaduu maxxansi, fakkeenyaf, "Lakkoofsa Waraabii".
filadhu, fi itti aansuun caancalee cuqaasi.
Tarree
keessaa "Hangii Lakkoofsa" cuqaasi.Saanduqa
keessaati "Baanyoo" maxxansi.Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:
Type a number in the Value box, or leave the box empty to use automatic numbering.
Hangamtaa irra dadebii tarree sochi fakkinaa, sanduuqa Marsaa lakkaa'aa keessatti irra sifdebi'u barbaaddu fili.
Saagi cuqaasitii, kana booda Cuficuqaasi.