Furtuuwwan qaxxamuraa(Barreeessaa LibreOffice Saaqqatinaa)

Sajoo Yaaddannoo

Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.


Press the keys +<underlined character> to open a menu. In an open menu, press the underlined character to run a command. For example, press +I to open the Insert menu, and then H to insert a hyperlink.

Bafata halqara banuuf, Shift+F10 dhiibi. Bafata halqara cufuuf Esc dhiibi.

Kutaalee Saaguu

  1. Kabalameeshaa Saagii banuuf Mul'annoo - Kabalameeshaalee - Saagii fili.

  2. Hanga xiyyeeffannoon kabalameeshaa Saagii irraa ta'uti F6 dhiibi.

  3. hanga sajoon Kutaa filamutti xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  4. Furtuu xiyyaa gadaanu dhiibi, fi itti aansudhan dagalee kutaa saaguu barbaadu qindeessuf xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  5. Galchii Dhiibi.

  6. Qaree galmee keessa ka'uuf F6 dhiibi.

Barruu Gabatee Saaguu

  1. Hanga xiyyeeffannoon kabalameeshaa Waltawaa irraa ta'uti F6 dhiibi.

  2. hanga sajoon Gabatee filamutti xiyyaa furtuu mirgaa dhiibi.

  3. Furtuu xiyyaa gadaanu dhiibi, fi itti aansudhan gabatee keessati dabaluuf lakkoofsa tarreewwanii fi tarjawwanii filuuf furtuu xiyyaa fayyadami.

  4. Galchii Dhiibi.

  5. Qaree galmee keessa ka'uuf F6 dhiibi.

Please support us!