Saxaatoo Kuusaa Faayaa Harkisuu-fi-Kaa'uu waliinii irraa Saaguu

Wanta kuusaa faayaa irraa gara galmee barruutti, wardiitti, ykn dhiheessaatti harkisuun kaa'uu dandeessa.

Wanta kuusaa faayaa galmee keessatti saagde bakka buusuuf, Shift+Ctrl gadi qabi, san booda wanta kuusaa faayaa garagaraa gara wantaa irratti harkisi.

Please support us!