Galmee Barruu keessatti Taattoo Calc Saaguu

Garagalch taattoo kan hin haaromsamne yoommuu deetaa taattoo wardii keessaa fooyyessitu saaguu dandeessa.

  1. Galmee barruu kan taattoo itti garagalchuu barbaaddu bani.

  2. Wardii taattoo garagalchuu barbaaddu of keessaa qabu bani.

  3. Wardii keessaa, taattoo cuqaasi. Qabannoowwan saddet ni mul'atu.

  4. Taattoo wardii irraa gara galmee barruutti harkisi.

Akka wanta kamiiyyuu dalagdutti tattoodhaf hagamtaa jijjiiruu fi siiqsuu dandeessa. Deetaa taattoo gulaaluuf, taattoo mirga cuqaasi.

Please support us!