Faayilii irraa saxaatoo saaguu

  1. Choose Insert - Image.

  2. Faayilicha fili. Sanduuqa Gosa faayilii keessa filannoo gara gosoota faayilii murtaa'aniitti daangessuu ni dandeessa.

  3. Yoo geessituu gara faayilii xabboo barbaadde Geessituu cuqaasi.

    Yoo sanduuqni Geessituu mallattaa'eera tahe, yeroo halle galmeen haaromsamu fi fe'amu fakkaattiin suurxiqqoo irra deebi'ee fe'ama. Ejjatoowwan gulaaluu kanneen ati garagalcha qe'ee fakkii galmicha keessatti adeemsifte irra deebiitiin fayyadamanii fakkaattichi ni agarsiifama.

    Yoo sanduuqni Geessituu hin mallatteeffamne tahe, ati yeroo hundumaa garagalcha yommuu saxaatoon yeroo jalqabaaf saagame uumameetiin hojjetta.

    Saxaatoo isa jalqaba akka geessituutti saagame ida'uuf, gara Gulaali- Geessituu deemiitii, qabduu Geessituu Cabsi cuqaasi.

  4. Fakkatticha saaguufBani cuqaasi.

Durtiin, saxaatoon saagame keewwata keessatti cuqaastee olitti argama.

Please support us!