Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa

Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa hamma barbaadde uumuu dandeessa.

Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa Uumuu

  1. Jecha Kasaa Hiika-Fayyadamaatti dabaluu barbaadde fili.

  2. Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galchii Tarrobarroo fili.

  3. Qabdoo Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa Haaraa sanduuqa Kasaa tti aanee jiru cuqaasi.

  4. Maqaa kasaa sanduuqa Maqaa keessatti kaabuun TOLE cuqaasi.

  5. Jecha(oota) filataman gara kasaa haaraatti dabaluuf Saagi cuqaasi.

  6. Saagi cuqaasi.

Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa Saaguu

  1. Galmee keessa bakka kasaa itti saaguu barbaaddu cuqaasi.

  2. Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography.

  3. On the Type tab, select the name of the user-defined index that you created in the Type box.

  1. Dirqalaalee barbaadde kamiyyuu fili.

  2. TOLEE cuqaasi.

Please support us!