LibreOffice 24.8 Help
Gabatee qabiyeewwanii uumuuf karaa filatamaan akkaataalee keewwata mataduree durmurtaawoo, kan akka "Mataduree 1", gara keewwatawwan gabatee qabiyyeewwanii keessatti qabachuu barbaadde irratti fayyadamuu dha. Erga akkaataalee kana fayyadamtee booddee, gabatee qabiiyyeewwanii uumuu dandeessa.
Galmee kee keessaatti bakka gabatee qabiiyyeewwanii itti ida'uu barbaaddu cuqaasi.
Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography, and then click the Type tab.
Sanduuqa Akaakuu keessaa "Gabatee Qabiiyyeewwanii" fili.
Dirqalaalee barbaadde kamiyyuu fili.
TOLEE cuqaasi.
If you want to use a different paragraph style as a table of contents entry, select the
check box in the area, and then click the button next to the check box. In the dialog, click the style in the list, and then click the index level for the selected style.LibreOffice creates the table of contents entries based on the outline level of the paragraph style and the paragraph contents. If the paragraph is empty, it will not be included in the table of contents. To force the empty paragraph to be listed in the table of contents, manually add a space or a non breaking space to the paragraph. Spaces added in the After text box of the Numbering tab in the Heading Numbering dialog will not work for this purpose, since they are part of the paragraph numbering, not the paragraph contents.
Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:
Gabatee qabiiyyeewwanii keessatti mirga cuqaasuun Kasaa/Gabatee Gulaali fili.
Meeshaalee - Haaromsi - Kasaawwan fi Gabateewwan mara fili.