LibreOffice 24.8 Help
Kasaa galmeewwan hedduu walitti qabsiisuuf karaa hedduutu jira:
Tokkoon tokkoo galmee dhunfaa keessattikasaa uumi, kasaa galmee qeenteetti garagalchuun maxxansi, sana booda gulaali.
Select each index, choose , and then enter a name for the index. In a separate document, choose , select , click the button, and then locate and insert a named index section.
galmee hundataa uumi, faayiloota kasaa keessatti dabaluu barbaaddu akka galmee citaatti ida'i,sana booda Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Kasaawwan fi Gabateewwan fili.