LibreOffice 25.2 Help
Tarrobarroon tarree hojiiwwan kan galmee keessatti wabii goote dha.
LibreOffice'n odeeffannoo tarrobarroo kuusaa tarrobarroo keessatti, ykn galmee dhunfaa keessatti cimmisa.
Choose Data - Record.
Galchii tarrobarrootif sanduuqa
maqaa katabi, sana booda odeeffannoo dabalataa sanduuqawwan hafiisa keessatti dabali.Foddaa
cufi.Galmee kee keessaatti bakka galchii tarrobarroo itti ida'uu barbaaddu cuqaasi.
Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galchii Tarrobarroo fili.
Qabiyyee galmee irraa filuun Haaraa cuqaasi.
Sanduuqa
keessatti maqaa galchii tarrobarroo katabi.Rikordii sanduuqa
keessaatif madda barreeffamaa fili, sana booda sanduuqa hafiisa keessatti odeeffannoo dabalata dabali.TOLEE cuqaasi.
Qaaqa
keessaa, cuqaasi, sana booda cuqaasi.Galmee kee keessaatti bakka galchii tarrobarroo itti ida'uu barbaaddu cuqaasi.
Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galchii Tarrobarroo fili.
Kuusaa Deetaa tarrobarroo irraa fili.
Maqaa tarrobarroo sanduuqa
keessatti saaguu barbaaddu fili.Saagii cuqaasi itti aansuun Cufi keessa cuqaasi.