Kasaawwan Tartiiba qubeen Uumuu

  1. Galmee kee keessa bakka kasaa itti saaguu barbaaddu cuqaasi.

  2. Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography.

  3. On the Type tab, select "Alphabetical Index" in the Type box.

  4. faayilii walta'iinsaa fayyadamuu yoo barbadde, faayilii walta'iinsaa naannoo Dirqalaalee keessaa fili, qabdoo faayilii cuqaasi, sana booda faayilii jireessa kaa'i ykn faayilii walta'iinsaa haaraa uumi.

  5. Kasaaf dirqalaalee dhangeessuu qindeessi, caancala ammaa irratti, ykn caancala qaaqa kana kamiyyuu irratti. Fakkeenyaf, yoo mataduree qubee qeentee kasaa kee keessssatti fayyadamuu barbaadde, caancala Galchiiwwanii cuqaasi, sana booda Daangessaa Tartiiba Qubeen fili. Kasaa keessaa sadarkaawwan dhangessuu jijjiiruuf, caancala Akkaataalee cuqaasi.

  6. TOLEE cuqaasi.

  7. Kasaa haaromsuuf, kasaa keessatti mirga cuqaasi, sana booda Kasaa/Gabatee haaromsi fili.

Please support us!