Geessituuwwan Naanna'aa waliin saaguu

Galmee kee keessatti Naanna'aa fayyadamuudhan waabeffannaa akka geessituutti saaguu dandeessa. Wantoota LibreOffice galmeewwan biroo irraa illee waabeffannaa gochuu dandeessa. Geessituu yommuu galmeen LibreOffice keessaa bana jiru yoo cuqaaste, gara wantoota waabeffanna ta'anii dhaqxa.

  1. Open the document(s) containing the items you want to cross-reference. For example, Document A will receive a hyperlink to Document B.

  2. Open the Navigator from the View menu, Standard bar or Sidebar, or press F5.

  3. In the list at the bottom of the Navigator, select the document containing the item that you want to cross-reference. The navigator displays the objects of the cross-referenced document.

  4. Tarree Naanna'aa keessaa, qoyyaba ida'uu wanta akka geessituutti saagu barbaaddetti aanee jiru cuqaasi.

  5. Wanta iddoo geessituu galmee keessatti saaguu barbaaddetti harkisi.

  6. When you drop the object at the desired position, a context menu appears, allowing you to choose an action for the dragged navigator object. If available, select Hyperlink.

The name of the item is inserted in the document as an underlined hyperlink. When the item is a heading, the heading text is inserted as an hyperlink.

Please support us!

Please support us!