LibreOffice 25.2 Help
Yoo barruu kan haala jijjiiramaa wajjin hiikamee dhoksame qabaatte, barruu dhookataa agarsiisuuf filannoowwan hedduu qabda. Kan armaan gadii keessaa tokko dalagi:
Check the Hidden Paragraphs box in the dialog - .
Fuuldura jijjiiramaa haala barruu dhoksuu hiikuuf itti fayyadamte lama cuqaasi, sana booda gatii garagaraa jijjiiramaadhaf galchi.
Fuuldura dirree barruu dhookataa ykn dirree keewwata dhookataa lama cuqaasi, sana booda hima haalaa geeddari.