LibreOffice 7.5 Help
yoo ilaagaan gutee barruu galmee kee keessaa dhoksuuf ykn agarsiisuuf dirreewwan fi kutaalee fayyadamu dandeessa.
Barruu kee osoo hin dhoksiin dura,jalqaba jijjiiramaa ulaagaa barruu dhoksuu keessatti fayyadamtu uumun dirqiidha.
Galmee kee keessa cuqaasuun fi Saagi - dirreewwan - Kan biraa fili.
CaancalaJijjiiramoota keessa cuqaasuun fi tarree Akkaakuu keessaa "Jijjiiramoota Qindeessi" cuqaasi.
Tarree Dhangi'ii keessaa "Waliigala"irratti cuqaasi
Jijjiiramaaf sanduuqa Dhoksi.
keessatti maqaa barreessi, fakkeenyaaf,Jijjiiramaaf sanduuqa 1.
keessatti galchi, fakkeenyaaf,Jijjiiramota galmee kee keessaa dhoksuuf Mulataalafili.
fi cuqaasi.
Galmee keessaatti bakka barruu itti ida'uu barbaadde cuqaasi.
Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili sana booda caancalaFankishinootaa cuqaasi.
Tarree Akaakuu keessaa "Barruu Dhoksame" cuqaasi.
Hima sanduuqa Dhoksi==1 galchi.
keessatti galchi. Fakkeemyaf, jijjiirama dura hiikte fayyadamuudhan,Barruu sanduuqa Barruu Dhokataa keessa dhoksuu barbaaddu katabi.
fi cuqaasi.
Keewwata keessaa bakka barruu itti ida'uu barbaadde cuqaasi.
Choose Functions tab.
and click theTarree Akaakuu keessaa "Keewwata Dhoksame" cuqaasi.
Hima sanduuqa Dhoksi==1 galchi.
keessatti galchi. Fakkeemyaf, jijjiirama dura hiikte fayyadamuudhan,fi cuqaasi.
You must enable this feature by removing the check mark Hidden Paragraphs in the dialog - . When the check mark is set, you cannot hide any paragraph.
Barruu galmee kee keessa dhoksuu barbaaddu fili.
Choose
.Naanno Dhoksi==1 galchi.
keessa, fili, sana booda himannoo sanduuqa keessatti galchi. Fakkeenyaf, jijjiirama dura hiikte fayyadamuudhan,cuqaasi.