LibreOffice 24.8 Help
Barruu olaantoo ykn gadaantoo keessa dhangeessuu Kallattiin fayyadamuu dandeessa.Akkasumas addaan fageenya barruu goodayya olaantoo ykn gadaantoo waliin wal bira qabuun mijeessuu dandeessa ykn handaara olaantoo ykn gadaantoof fayyadami.
Choose
and select the or tab.Dirqalaalee addaan fageenyaa itti fayyadamu barbaaddu qindeessi.
Olaantoo fi jalaantoof handaara ykn gaddiidduu dabaluuf,
cuqaasi. Qaaqni ni banama.To add a separator line between the header or the footer and the content of the page, click the bottom edge of the square in the Line arrangement area. Click a line style in the Style box.
To adjust the spacing between the content of the header or footer and the line, clear the Synchronize box, and then enter a value in the Bottom box.