Waa'ee Irraantotaa fi Jalaantotaa

Olaantoof jalaantoon bakka gubbee fi jaleen mudanaa fuulaati, iddoo itti barruu ykn saxaatoo itti galchuu dandeessu dha.Olaantotnif jalaantoonni akkaataalee fuulaa ammeetti kan dabalamani dha.Fuulli kammiyyuu kan akkaataalee wal fakkaataa fayyadamu Olaantoo fi jalaantoo isa itti dabaluun keesse ofumaan fudhata Dirreewwan keessa, kan akka lakkoofsota fuulaa fi mata dureewwan boqoonnaa, olaantoo fi gadaantoo barruu galmee keessatti saaguu dandessa.

Sajoo Yaaddannoo

Akkaataaleen fuulaa fuulaa ammeef Kabala Haalojii keessatti agarsiifama.


Galmee HTML keessatti olaantoota fi jalaantoota

Akkasumas gariin dirqalaalee olaantoo fi jalaantoo galmeewwan HTML keessatti ni argamu. Olaantootni fi jalaantootni HTMLdhaan hin degaramu fi isa irra iyyaatoowwan addaa fayyadamun alergama, kanan booda sakkata'ii keesatti arguu dandeessa.Yoo teessuma halaata saphaphuu keessatti hojii eegalsiifte,olaantootni fi jalaantootni galmeewwan HTML qofan alergama. Yommuu galmee LibreOffice keessaa dabalbantu, olaantootni fi jalaantootni sirriin , dirreewwan kamiyyuu saagdee dabalachuun agarsiifamu.

Please support us!