Galmee Hundataa fi Gariigalmeewwanii

Galmee Hundataa galmeewwan guddaa akka taliigduu sii heeyyama, jechuun kitaabota boqonnaalee baay'ee qaban. Galmeen hundataa akka meeshaa wanta matayyaa fayiilii barreessaf LibreOffice qabatuutti ilaalama. Tokko tokkoo faayiliiwwanii gariin galmeewwanii jedhamu.

Amaloota Galmee Hundataa

Sajoo Yaaddannoo

yommuu galmee galmee hundataatti dabaltu ykn gariin galmee haaraa uumtu,geessituun galmee hundataa keessatti ni uumaamti. Galmee hundataa keessatti qabiyyee gariin galmee kallattiin gulaaluu hin dandeessu, garuu naanneessaa gulaallii gariin galmee kammiyyuuf fayyadamuu dandeessa.


Fakkeenya akkaataalee fayyadamuu

Galmee hundataa master.odm barruu ta'ee of keessatti qabata akkasumaas gariin galmeewwanii sub1.odt fi sub2.odt walqunnamsiisa.Tokko tokkoo gariin galmeewwanitti akkaataaleen kewwata haaraa maqaa wal fakkaataa akkaataa1 jedhu waliin hiikamuun itti fayyadama, akkaasumaas gariin galmee olkaa'ama.

Yommuu galmee hundataa olkeessu,akkaataaleen gariin galmee keessaa garagalmee hundataatti naqama. Jalqaba,Akkaataaleen haaraa akkaataa1 sub2.comii keessaa ni galfama. Itti ansuun, akkaataaleen haaraa kan sub2.odt keessaa ni galfama, garuu akkaataa1 yoo galmee hundataa keessa ta'ee, akkaataaleen kun kan sub2.odt keessaa hin galfamu.

Galmee hundataa keessatti amma akkaataa haaraa kan akkaataa1 gariin galmee ni argita.Gariin galmee jalqabaa amaloota akkaataa1 fayyadamuun akkaataaleen kewwataa kan galmee hundataa keessaa hundii ni agarsiifamu.Haata'uu malee, ofiin gariin galmee lammataa hin jijjiiramu. Akka miseensa galmee guddaa ykn sub2.odt ofuuman of baneetti irratti hundaa'uun, amaloota gara biraa fayyadamun gariin galmee lammataa akkaataa kewwatoota ni agarsiisa,

Sajoo Qaxxee

Jaanjawa ittisuuf, galmee hundataa fi gariin galmeewwanitiif qajojii galmee fayyadami. Kun kan uumamuu ofumaan Yommuu galmee duraan mata dureewwan kee keessaa galmee hundataa fi gariin galmeee isaa yommuu ofumaan rawwatuu dha, ajaja Fayilii - Eergi - Galmee Hundataa Uumi fayyadami.


Please support us!