Lakkoofsota Fuulaa Jalaantoo keessatti Saaguu

You can easily insert a page number field in the footer of your document. The easiest way is using Insert - Page Number dialog. The following procedure describes a manual method. You can also add a page count to the footer, for example, in the form "Page 9 of 12"

Lakkoofsa Fuulaa Saaguuf

  1. If the needed page style doesn't have a footer yet, choose Insert - Header and Footer - Footer and select the page style that you want to add the footer to; this will automatically put cursor to the newly added footer. If the page style already had a footer, double-click the footer area to put cursor there.

  2. Saagi - Dirreewwan - Lakkoofsa Fuulaa fili.

Yoo barbaaddee, akka barruu keessatti raawwattee lakkoofsa fuulaa dirree hiriirsuu dandeessa.

Lakkaawwii fuulaa dabalataan ida'uu

  1. Fuldura dirree lakkoofsa fuulaatti cuqaasuun Fuula barreessi, dirree booda cuqaasi, ispeesii galchuun of barreessi.

  2. Saagi - Dirreewwan - Lakkoofsa Fuulaa fili.

Using Title Page

Title pages are a common way to create documents with different page numbering schemes.

Please support us!

Please support us!