LibreOffice 25.2 Help
Dirree fayyadamuudhan haala salphaan lakkoofsa fuulaa fuula itti aanuu saguu ni dandeesa.
Lakkoofsii fuulaa yoo fuulli armaan gadii jirate qofa mul'ata
Choose Insert - Header and Footer - Footer and select the page style that you want to add the footer to.
Saagii - Dirreewwan - Kabiroo cuqaasi.
Qaaqa Dirreewwan keessatti ,caancala Galmee cuqaasi.
Tarree Akaakuu keessaa 'fuula' fi tarree Fili keessaa 'Fuula itti aanuu' cuqaasi.
Click a numbering scheme in the
list.Yoo tarreeDhangii keessaa 'barruu' filatte,barruu ati sanduuqaGatii keessa galchitee qofa dirree keessatti agarsiisa.
Dirree lakkoofsa fuulaa waliin galchuuf Saagicuqaasi.