Barreessaa irratti Barbaaduu fi Baakkabuusu

Galmeewwan barruu irratti jechota, dhangeessuu, akkaataaleef dabala barbaadu nidandessa. Bu'aa tokko irrra issa ittianatti naanna'u nidandessa, ykn mara bu'aa altokko Shoolu nidandessa, kana booda dhangii biroo fayyadami ykn jechota barruu birottin bakkabuusi.

Qaqaa Barbaadii Baakka Buusi

Galmee guutuu kessatti barruu barbaaddu nidandessa, filmaata barruu ka'aa tokko male qaqaa barbaadiif baakka buusi bani. Galmee kee keesatti kutaa tokko barbaaddu yoo fete, duraa kutaa barruu fili, booda qaqaa barbaadii baakka buusi bani.

Barruu barbaaduuf

  1. Qaqaa barbaadii baakka buusi banuf Gulaali - Barbaadii Baakkabuusi cuqaasi.

  2. Enter the text to find in the Find text box.

  3. Tokkoon lamaanii,Barbaadi ykn Mara Barbaadi cuqaasi.

Yammu Barbaadii cuqaastu, Barreessaan barruu itti aanuu isa galfata keetiin qixxee sitti agarsiissa, kana booda gara barruu itti aanee argamuutti deemuudhaaf, Barbaadi cuqaasi.

Yoo qaaqa cuftee, osso qaaqa hinbanini, barruu itti aanuu argachuuf, furtuwwan (Ctrl+Shift+F) walitti gad-dhiibuudde argachuu nidandeessa.

Akka filannootti, barruu itti aanuu keessa ykn galmee keessaa wanta kabiroo kamuu keessa naanna'uuf, sajoowwan mirga gara gadii galmee irraa fayyadamuu nidandeessa.

Yammuu ati Mara Barbaadii cuqaastuu, Barreessaan barruu isa galfata keetiin qixxee tahe mara sitti agarsiissa. Amma akka fakkeenyaatti barruu argaman mara gara yabbuutti, ykn barruu maraaf altokkichaan akkaataa arfii fayyadamuu ni dandeessa.

Barruu bakka buusuu

Sajoo Yaaddannoo

Akka barruu barbaaduu ossoo hintaanee, barruu filannoo ammaa qofaa irratti bakka buusuun murtaa'aa ta'uu hindanda'u.


  1. Qaaqa Barbaadii fi Bakkabuusi banuuf, Gulaali - Barbaadii fi Bakkabuusi filadhu.

  2. Enter the text to search in the Find text box.

  3. Sanduuqa barruu Dhaan bakkabuudi keessaa barruu argamaniin bakkabuusuudhaaf barruu galchi.

  4. Yoo barbaadde, Bakkabuusi ykn Mara Bakkabuusi.

When you click Replace, Writer will search the whole document for the text in the Find box, starting at the current cursor position. When text is found, Writer highlights the text and waits for your response. Click Replace to replace the highlighted text in the document with the text in the Replace text box. Click Find Next to advance to the next found text without replacing the current selection.

Yammuu Mara Bakkabuusi cuqaastu, Barreessaan barruu galfata keetiin walsiman mara bakkabuusa.

Akkaataalee barbaaduf

Ati barruu mara kan galmee kee keessaa akkaataa keeyyatatin ramadame argachuu barbaada, fakkeenyaf akkaataa "mata dureen 2".

  1. Qaaqa Barbaadii fi Bakkabuusi banuuf, Gulaali - Barbaadii fi Bakkabuusi filadhu.

  2. Click Other options to expand the dialog.

  3. Check Paragraph Styles.
    The Find text box now is a list box, where you can select any of the Paragraph Styles that are applied in the current document.

  4. Barbaachaf akkaata fili, itti aansun Barbaacha ykn Barbaacha Maraa cuqaasi.

Dhangiiwwan barbaaduuf

Ati barruu mara kan galmee kee keessaa akkaataa dhangeessuu arfiilee sirrii murtaa'en ramadame argachuu barbaada.

Sajoo Yaaddannoo

Dhangii barbaaduu qofti amaloowwan arfiilee sirrii barbaada, amaloowwan akka kutaa akkaataati fayyadamame hin barbaadu.


  1. Qaaqa Barbaadii fi Bakkabuusi banuuf, Gulaali - Barbaadii fi Bakkabuusi filadhu.

  2. Qaaqa guddisuufDirqala Dabalaa cuqaasi.

  3. Qabduu Dhangii cuqaasi.

  1. Barbaadi ykn Mara Barbaadi cuqaasi.

Dirqala Dabalaa

Walfakkeenyi barbaacha barruu barruun barbaacha isaani irraa caalaati walfakkaatu barbaadu danda'a.

Dirqala Walfakkeenya barbaacha mirkaanneessun qindeessuu jijjiruf qabdu ... dirqalaan cuqaasi. (Lakkoofsota sadeen mara dalagaa 1f qindeessun barruu Ingiliffaaf garii ta'a.)

Sajoo Qaxxee

When you have enabled Asian language support under - Languages and Locales - General, the Find & Replace dialog offers options to search Asian text.


Nanna'icha

Wantoota barbaaduu fi filachuuf Nanna'ichi meeshaa barbaachisaa dha. Akkasumas toora mul'annoo galmee keeti dhiheessun boqonnaalee sochosuu fi qindeessuuf Nanna'icha fayyadamuu dandeessa.

Foddaa Nanna'icha banuuf Gulaala - Nanna'aa fili.

Wantoota saguuf Nanna'icha fayyadami, geessituuwwan fi wabiiwwan galmee wal fakkatu ykn galmeewwan gara biroo banamaa keessa.Odeeffannoo dabalataaf Navigator ilaali.

Foddaa Nanna'inaa xiqqaa banuuf geengoo cuqulisa gajalla mirgaa galmee keetii jiruun saajoo cuqaasi.

Dadaftee gara wantoo itti aanuut utaaluuf ykn barruu itti aanuu galmee keessaa barbaaduf foddaa Nanna'ina fayyadami.

Please support us!