Fayyadamaa Deetaa Dirreewwan ykn Haaloota irra Gaafata

Fayyadamaa deetaa hamma tokko irra dirreewwan ykn haaloota waliin madaalu nidandessa. Fakkeenyaaf fayyadamaa deetaa ogeejjiilee kana gadi wajjin waliin madaalu nidandessa.

Ogeejjiilee

Hiikkoo

== ykn WQ

Walqixa

!= ykn WQM

walqixa miti


Fayyadamaa gooree irra galmee kee irratti yoo barbaadde, barruu gooree dhoksuf haalaa fayyadamu nidandessa.

  1. Galmee kessatti barruu dhoksu barbaaddu fili.

  2. Saagi - Kutaa filadhu.

  3. Naannoo Dhoksi keessaa, saanduqa Dhoksi filadhu.

  4. Sanduuqa Haalaan irratti, fayyadamaa_Maqaa akaakayyuu == "Doe" barreessii, "Doe" maqaa akaakayyuu wara fayyadaman barruu irra dhoksu barbaaddu dha.

  5. saagi cuqaasi, issa bobba galmee olkaa'i.

Sajoo Yaaddannoo

Maqaan kutaa dhokata naanna'aa irratti mulachu nidanda'a.


Gabateen kanatti aanu tarree fayyadama jijjiiraman isa ati gahaatti yeroo haalota ykn dirree qindeessu barbaaddu argattudha:

Jijjiiramaa fayyadamaa

Hiikkoo

Maqaa Jalqabaa fayyadamaa

Maqaa Jalqabaa

Maqaa akaakayyuu fayyadamaa

Maqaa akaakayyuu

Qubduraa_fayyadamaa

Qubduraa

Kuubbaaniyaa_fayyadama

Kuubbaaniyaa

Xurree-fayyadamaa

Xurree

Biyya_fayyadamaa

Biyya

Iyyaatoo Teessoo_fayyadama

Iyyaatoo Teessoo

Magaalaa_fayyadamaa

Magaalaa

Matduree_fayydamaa

Matduree

Qubannoo_fayyadamaa

Qubannoo

Bilbilaa Waajjiraa_fayyadamaa

Lakkoofsa bilbilaa waajjiraa

Bilbila Manaa_fayyadamaa

Lakkoofsa bilbila manaa

Faaksii_fayyadamaa

Lakkoofsa Faaksii

Ergaa-e_fayyadamaa

Email address

Biyya_fayy

Biyya


Please support us!