LibreOffice 7.1 Help
Dirreen naqaa qaama isa ati galmee keessatti qaaqa bantee waanta barreessite gulaaluuf cuqaastuudha.
fili, kana booda caancala cuqaasi.
Kan cuqaastu “Dirree naqamaa” tarree
keessaati.Isa
cuqaasuunii fi jijjiiramaadhaaf barruu katabi.TOLEE cuqaasi.
Galmee irratti dirreewwan naqa gulaaluf hatataaman banuf, Ctrl+Shift+F9 dhibii.