LibreOffice 25.2 Help
Guyyaa ammee akka dirree isa yeroo ati galmee bantu ofiin of sirreessuutti ykn akka dirree isa ofiin of hin sirreesineetti saaguu ni dandeessa.
Saagi - Dirreewwan - Kabiroo fili, booda caancala Galmee cuqaasi.
Tarree
irratti 'Guyyaa' cuqaasi, booda kan kannan gadi godhii:Guyyaa akka dirree yeroo mara galmee bante fooyyeessu saaguuf, 'Guyyaa” tarree
keessaa cuqaasi.Guyyaa akka dirree hin fooyyofnetti saaguuf, “Guyaa (dhaabbataa)” tarree
keessatti cuqaasi.