Dirree gara Barrutti Jijjiiruu

Dirree gara barruu idiletti jijjiiru nidandessa, haa ta'u malee kana booda haaromsu nidandessu. Dirree gara barrutti erga jijjiirte booda, barrruu gara dirretti deebi'e jijjiiru nidandessu.

  1. Dirree filitti Gulaali - Muri fili.

  2. Gulaali - Maxxansa Addaa fili.

  3. Isa "Barruu hin dhangi'amne" cuqaasuu, tarree Filannoo keessaa, fi itti aansii TOLEEcuqaasi.

Waa'ee Dirreewwanii

Maxxansa Addaa

Please support us!