LibreOffice 25.2 Help
Galmee irratti fuulota mangoof (Mirgaa) guutuu (Bitaa) Akkaataa fuula garagaltuu LibreOffice ofumaan fayyadamu nidandessa. Fakkeenyaaf, fuulota guutuuf mangoo irratti irraantoof jalaantoo garagara agarsiisuf Akkaataa fuula fayyadamu nidandessa. Akkaataa fuula ammee Kabala Haalojii irratti iddoohojii gara jalaatti agarsiisama.
Choose
, and then click the icon.Tarree Akkaataa fuula keessatti, "Fuula Bitaa" mirga cuqaasi booda Fooyyessi fili.
Caancala Fuulaa cuqaasi.
Sanduuqa Akkaataa Ittianaa irratti "Fuula Mirgaa" fili, kana booda TOLE cuqaasi.
Tarree Akkaataa fuula keessatti, "Fuula Mirgaa" mirga cuqaasi booda Fooyyessi fili.
Sanduuqa Akkaataa Ittianaa irratti "Fuula Bitaa" fili, kana booda TOLE cuqaasi.
Go to the first page in your document, and double-click "Right Page" in the list of page styles in the Styles window.
To add a header to one of the page styles, choose
, and choose the page style that you want to add the header to. In the header frame, type the text that you want to use as the header.To add a footer to one of the page styles, choose
, and choose the page style that you want to add the footer to. In the footer frame, type the text that you want to use as a footer.Galmee kessatti mataduree fuula irratti yoo irraantoof jalaantoo qabachu hin barbaanne, Akkaataa "Fuula Jalqaba" fuula mataduretti fayyadami
Yoo fuulli guutuun lama ykn fuulli qobxiin lama kallattiidhaan galmee kee keessatti yoo walitti aananii dhufan,barreessaan durtii dhaan fuula duwwaa saaga. Atimmoo fuula warra ofumaan duwwaa ba'an akka hin maxxansamnee fi garaPDF iitti hin dabarre goota.
Choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Writer - Print.
Fuulota duwwaa ofumann saagamani maxxansa irra mallattoo filannoo haqi