LibreOffice 25.2 Help
Yammuu haalli ati barbaadduu guutuu, dirreewwan galmee kee keessaa isa barruu agarsiissu qindeessuu nidandeessa. Fakkeenyaaf, barruu otoolaa isa walfaannee kan xalayoota yaadachiisaa qindeessuu nidandeessa.
Fakkeenyaa kaanatti barruu otoola qindeessuun deemicha kutaa lama dha. jalqaba jijjiiramaa uumtta, kana booda haala uumtaa.
Fakkeenyaa kutaa issa jalqabaa, jijjiirama hima haala qindeessu dha.
filadhu, fi itti aansuun caancalee cuqaasi.
Tarree
keessatti "Jijjiiramaa qindeessi" filadhu.Sanduuqa keessatti jijjiiramaaf Yaadachiisa.
maqaa barreessi, fakkeenyaaf"Barruu" keessatti taree
cuqaasi.Saanduqa 1 in the saagitii, achiin .
cuqaasi tarreen dhangii amma dhangii "waliigalaa" agarsiisa.
Fakkeenyii kutaa lamataa irraa haala tahuu qabu gindeessuu, akkasumas barruu otoolaa galmee kee keessaa agarsiissuuf, iddooqa saaguuf gargaara.
Barruu kessatti barruu otoola saagu iddoo barbaaddutti qaree ka'i.
fili, kana booda caancala cuqaasi.
Tarree
keessaa "Barruu otoola" cuqaasi.Kan barreessitu Yaadachiisaa EQ "3" sanduuqa keessa. Karaa biraatin ammoo, barruun otoolaa kan agarsiisaamu yammu jijjiirami dirree isa ati kutaa jalqabaa qindeessitte fakkeenya kanaa sadiin walqixa gafa ta'u dha.
Mallattoon waraabbii golgamaa "3", jijjiirama isa ati kutaa jalqabaa kanaa keessatti qindeesite kan fakkeenya kanaa akka diraa barruu tahe agarsiissa.
Barruu isa akka agarsiissamu barbaadduu, yammuu sanduuqa Then keessatti haalii barbaadamuu guutuu barreessi. Dheerina barruu warra galchuu dandeessuuf, wantii sidhorkuu tokkolee hinjiru.
Saagi cuqaasitii, kana booda Cuficuqaasi.
Fakkeenyaa kanatti, barruu otoola kaan agarsiisaamu yammu gatii jijjiirama haala 3 walqixa gafa ta'u dha.
Fakkeenyaa kutaa jalqaba qinda'amee dirree issa duratti qaree ka'i. Issa booda Dirroolee - Gulaalli fili.
Sanduuqa
irratti lakkoofsa 3 waliin bakkabuusi, kana booda cuqaasi.Yoo dirreen ofumaan hin haaromu ta'e, F9 dhibii.